saaybarii nageenyi isaa eegame nagaya, misoomaa fi deemookraasiif

Web Content Display Web Content Display

Raaga

  • Bara 2017ti human saayberii biyyooleessaa dandeetii sadarkaa addunyaatti dorgomuu qabu fi haroomsa biyyatti keessati shoora murteessaa taphatu dhugoomsu.

Ergama

  • Humna Saayberii Biyyooleessaa fedhiiwwan biyyatti eegsiisu danda'u ijaaruu
  • Oddeeffannoo teekniikaa faayyidaawwan biyyooleessaa eegsisuu danda'u oomishuudhaan murtii fi hujjii mootummaa deeggaruu
  • Cee'umsii haayteek fi nageenya biyyooleessaa akka mirkanaa'u dandeettiiwwan data fi koompiwtiingii misoomsuu

Gatiiwwan

  • Amanammummaa
  • Yeroo hunda barachuu fi guddachuu
  • Garaagarummaa uumuu (gatii dabaluummaa)
  • Itti gaaffatamummaa

Error

The asset could not be found.

  Cybergna Tv